Podcast thumbnail for Hpelsocio Podcast

Hpelsocio Podcast

Claim This Podcast

by Hasen Mh Hassen

22 episodes
Updated Daily
Accepts GuestsHas SponsorsLocation 🇪🇪

Podcast Overview

Kuunii sagalee Abuukaatoo fi Gorsaa Seeraa Hasen Mh FM Podcast kan tora spotify kallatidhaan tamsaafamuudhaa. Tamsaasa fm kenya kallaattidhaan hordoofuuf linkii https://lawyerhasen.org jedhuu fayyadamuu ykn Google jalattii Lawyer Hasen Mh FM jechuun search goochun Sagalee kenya dhageffachuun baasii tokkoo malee boohartidhan bekkumsa seeraa kessan gabbifachuu dandeessuu. ይህ የጅማ ዞን አቃቤ ህግ ፅህፈት ቤት የFM ድምፅ ነው። ስርጭታችንን ለማዳመጥ የፅፈት ቤቱን ኦፊሴላዊ ድህረገፅ www.mhaagj.org በመጠቀም አልያም በጎግል Jimmaa Attorney Fm ብለው በመፈለግ ያገኙናል። ስርጭታችንን በማድመጦ እየተዝናኑ የህግ አውቀቶትን ያዳብራሉ። Jimma Attorney FM

Language

🇴🇲

Publishing Since

3/17/2021

1 verified contact email on file for Hpelsocio Podcast

Pitch yourself as a guest, propose sponsorships, or reach out directly to the host.

Recent Episodes

Episode thumbnail for Olmaa dhadachaa

May 20, 2023

Olmaa dhadachaa

Irraa Haa Barannuu. -----⚖️==== godina jimmaa bulchinsa magaalaa jimmaa ganda mantinnaa iddoo addaa bufata xiyyaaraa abbaa jifaarittii mooraan isaa eggumsaaf jecha meshaa gatii qaalii taen nageenya xiyyaara qubatuufii balali'uf jecha akkasumas nagenya waa maraa dhabbatich kessattii argamuuf kan taasifamuuf turee. Haa ta'u malee himatamaan maqaan isaa Sabsiboo Tijjaanii AbbaaGiddii jedhamuu Gaafa guyyaa bitotessa 29 bara 2015 halkan keessaa sa'atii 10:00 yommuu ta'u sibila dallaa angil ayiranii jedhamuu bay'innii isaa lama ta'e tilmaama qarshii kuma kudhan baasuu qabenyummaan isaa kan bufata xiyyaaraa abbaa jifaar ta'e iddoo dhaabbatee buqqifatee deemee. Namnii kuni sibila kana haatee fudhachuun sharaadhaan erga maree booda gurguruudhaaf yommuu deemuu qaamoolee nageenyaatiin harkaaf harkattii qabamee erga irrattii qulqullaa'een booda himata waajjira abbaa alangaa godina jimmaatin mana murtii ol'aanaa godina jimmaattii gaafa ebla 15 2015 himatamaa kana irrattii dhihaateen himatamaan seera yakkaa bara 1996 bahee kewwata 669 (3)b irra darbuun badhaadhina hin mallee arggachuuf jecha yakka haannaa cimaa rawwateen himatamee. Haaluma kanaan himatamaan mana murtii ol'aana godina jimmaa dhihaatee enyummaan isaa erga qulqullaa'ee booda yakka ittii himatamee afaan isaaf galuun dubbifameefii mormii sadarkaa duraa kan hin qabnee ta'u erga ibsee booda himannaa dhihaatee irrattii jecha amantaaf waakkii keenneen ani meeshaa jedhamee lafarraa argadhe jedhee waakkatuus ragaa sanadaa fi ragaan namaa abbaa alangaatiin dhihaatee himatamaan yakkicha raawwachuu isaa waan irrattii mirkaneessaniif himatamaan ragaa ittisaa yoo qabaatee akka dhiheeffatuu dhaddacha yakkaa mana murtii ol'aanaa godina jimmaatin ajajamuus himatamaan ragaa ittiisaa kan hinqabnee ta'u waan ibseef mannii murtiichaa dhaddacha caamsaa 7 2015 oleen murtii balleessuummaa fi adabbii yakkamaa fi fakkaattoota isaa barsiisuu hidhaa cimaa woggaa afuriifi ji'a shaniin adabeera. Irraa haa barannuu. Waajjira Abbaa Alangaa Godina Jimmaa

Episode thumbnail for Sagantaa FM Podcast WAAGJ sadaasa/10/2015 sagantaa odeessaafi hubannoo seeraa sirbota alibirra

November 18, 2022

Sagantaa FM Podcast WAAGJ sadaasa/10/2015 sagantaa odeessaafi hubannoo seeraa sirbota alibirra

Hordooftootaa fi dhaggeeffattota FM waagj sagantaa kenya har'atin sagantaalee odeffannoo fi sagantaa hubannoo seeraa isin biraan genya sagantaa odeessaaletin Odeessalee kenya har'aatin --- Waltajjii Leenjii fi Mari Gamaggama Karoora Raawwii Hojii kurmaana 1ffaa waajjira abbaa alangaa godina jimmaa sadaasa sadifii afur guyyoita lamaaf taasifamee haala gaaridhaan golabamuu isaa. Himatamaan Birhaanuu abbaa jabal jedhamu yaakka ajjechaa cimaa godina jimmaa aanaa qarsaattii raawwateen hidhaa cimaa woggaa kudha saddetiin adabamuu isaa Himatamaan Naim   jedhamu yaakka ajjechaa cimaa godina jimmaa aanaa sigimoottii raawwateen hidhaa cimaa woggaa kudha jahaan adabamuu isaa isinittii himna nu wajjin turaa jeechaa gara oduu balinnaatti tarraa. --- Waajjira A/A Godina Jimmaattii Waltajjiin lenjii fi Marii gamagama karooraa raawwii hoojii kurmaana 1ffaa har'a Sadaasa 3 2015 kan jalqabamee yommuu ta'u, sagantaa har'aatin leenjiin hubannoo seeraa abbootii alangaa godina kenyaaf kennamaa jira. Bu'uruma kanaan waaree duura leenjin ijoo Rakkoowwan Qorannaa, Himannaa, Falmii Dhaddachaa fi Komi ol'iyyataan wal qabatee akka godina kenyaattii mudatan adda baasuun lenjii gahaa ta'e abbaa alangaa Godina Jimmaa kan ta'an Obboo Addisuu Taddasaatin kan kennamee yommuu ta'u dabalataanis Dambii Qajelfama namusa Abbootii Alangaa wal qabatee Abbaa Alangaa Waqjiraa Addunyaatii waree dura kennamee jira. Olmaa waaree boodaatin ammoo Lenjiin Dhimma Qorannaa Yakka malaammaltummaa fi taksi Abbaa alangaa Obboo Lammeessaa Asaffaatin akkasumas lenjiin Qorannaa fi Himannaa yakkoota balaa tiraafikaa irrattii obboo Addisuu Asaffaatin Lenjiin gadi fagaataa ta'ee kennamee, Abbotii Alangaa hirmaattota Waltajjiichaatin mariin ho'aa ta'ee irrattii taasifamee jira. Dhuma irrattis Ittii Gaafatamtuu Waajjira Abbaa alangaa Godina Jimmaa kan ta'an addee Zahaara Muhammedin leenjii waligalaa Karoora RBM irrattii kennamee olmaan har'aa xumura argatee jira. Waltajjichi  sadaasa 4 2015 sagantaa leenjii Jecha amantaaf waakkii irrattii hundaa’e murtii balleessummaa kenamuu: seeraafii hojimaata Godina Jimmaa wal bira fidun abbaa alangaa obboo Addisuudhaan kan dhihaatu fi akkasumas gabaasa rawwii kurmaana 1ffaa bara 2015 anaalee shanin kan dhihaatuu yommuu ta'u gabaasa dhihaatee irrattiis Waltajjiin irratti kan mari'atu ta'a. Xumura irrattis kallattiin hojii gara fulduraa ittii gaafatamtuu wajjirichaa addee Zahara Muhammedin kahamee sagantaan waltajjii guyyaa lamaa golabame jira. Gara odeeffannoo lammaaffaatii yoommuu tarruu   _____________🏛⚖️🏛-------------------- Himatamaa Birahaanuu abbaa jabal jedhamuu yakkaa ajjechaa cimaatin addaabbii hiidhaa ciimaa woggaa 18tin adabameera Himatamaan Birhanuu A/Jabal jedhamuu yakka ajjechaa cimaa raawwachuu isaatin Mana murtii ol’aanaa Godina jimmaattii himannaan irrattii banamee murtii adabbii hidhaa cimaa woggaa kudhasaddetin adabamee jira. Tarreen himannaa abbaan alangaa godina jimmaa dhihhessanis kan armaan gadii turee Himatamaan Birhaanuu Abbaa Jabal jedhamuu seera yakkaa bara 1996 bahee keewwata 539 (1) jala darbuun nama ajjesuuf ittii yaadee gaafa guyyaa 22/12/2014 halkaan keessa tilmaamaan sa'atii 9:00 yommuu ta'u Godina jimmaa aanaa qarsaa sumee naannoo dayyaasaa jedhamuutti midhamaa dhunfaa ol'anaa hayilee jedhamuu waldhabdee duraan qaban haaloo bahaachuf jecha midhamaan bakka rafee jiruuttii gajaraadhaan cicciree ajjesuu isaatiin  yakka ajjechaa cimaatin kana himatamee yommuu ta'u mannii murtii ol'anaa godina jimmaas bitaaf mirga wal-falmisiisuun himatamaan yakka ittiin gimatamee raawwachuu isaa waan mirkaneeffateef murtii balleessuummaa fii murtii adabbii isaafii fakkaattoota isaa barsiisuu danda’u hidhaa cimaa woggaa 18tin adabee jira. __   Odeessaa sadaffaatin 🏛⚖️Murtilee barsiisoo Kurmaana Lammaaffaa keessatrii  murtahaan.⚖️🏛 ~~🏛⚖️Murtii Barsiisoo lammaffaa⚖️🏛~~ >>>>🏛⚖️Yakkaa Ajjeechaa Cimaa⚖️🏛< ______

Episode thumbnail for Sirboota Afaan Oromo Tajaajila Podcaasti FM WAAGJ

November 5, 2022

Sirboota Afaan Oromo Tajaajila Podcaasti FM WAAGJ

Sagantaa yaalii tamsaasa fm waajjira abbaa alangaa godina jimmaa. Siirboota afaan oromoo oromo music

22 total episodes available

Deep-dive analytics for Hpelsocio Podcast

Frequently asked questions

Have a different question and can't find the answer you're looking for? Reach out to our support team by sending us an email and we'll get back to you as soon as we can.

What is Hpelsocio Podcast?

Kuunii sagalee Abuukaatoo fi Gorsaa Seeraa Hasen Mh FM Podcast kan tora spotify kallatidhaan tamsaafamuudhaa. Tamsaasa fm kenya kallaattidhaan hordoofuuf linkii https://lawyerhasen.org jedhuu fayyadamuu ykn Google jalattii Lawyer Hasen Mh FM jechuun search goochun Sagalee kenya dhageffachuun baasii tokkoo malee boohartidhan bekkumsa seeraa kessan gabbifachuu dandeessuu. ይህ የጅማ ዞን አቃቤ ህግ ፅህፈት ቤት የFM ድምፅ ነው። ስርጭታችንን ለማዳመጥ የፅፈት ቤቱን ኦፊሴላዊ ድህረገፅ www.mhaagj.org በመጠቀም አልያም በጎግል Jimmaa Attorney Fm ብለው በመፈለግ ያገኙናል። ስርጭታችንን በማድመጦ እየተዝናኑ የህግ አውቀቶትን ያዳብራሉ። Jimma Attorney FM

How often does this podcast release new episodes?

This podcast updates daily.

Where can I listen to this podcast?

This podcast is available on 4 platforms including Apple Podcasts, Spotify, and more. You can also use the RSS feed directly.

Does this podcast accept guests?

Information about guest appearances is not available.

Legal Disclaimer

Pod Engine is not affiliated with, endorsed by, or officially connected with any of the podcasts displayed on this platform. We operate independently as a podcast discovery and analytics service.

All podcast artwork, thumbnails, and content displayed on this page are the property of their respective owners and are protected by applicable copyright laws. This includes, but is not limited to, podcast cover art, episode artwork, show descriptions, episode titles, transcripts, audio snippets, and any other content originating from the podcast creators or their licensors.

We display this content under fair use principles and/or implied license for the purpose of podcast discovery, information, and commentary. We make no claim of ownership over any podcast content, artwork, or related materials shown on this platform. All trademarks, service marks, and trade names are the property of their respective owners.

While we strive to ensure all content usage is properly authorized, if you are a rights holder and believe your content is being used inappropriately or without proper authorization, please contact us immediately at hey@podengine.ai for prompt review and appropriate action, which may include content removal or proper attribution.

By accessing and using this platform, you acknowledge and agree to respect all applicable copyright laws and intellectual property rights of content owners. Any unauthorized reproduction, distribution, or commercial use of the content displayed on this platform is strictly prohibited.