Podcast thumbnail for VIO-SWO

by Moa Buba

8 episodes
Updated Daily
Accepts GuestsHas SponsorsLocation 🇪🇪

Podcast Overview

RSWOn akeeka qabsoo kan Oromiyaa Walaba, Saba Oromoo Bilisa, Mootummaa Birmaduu Oromoo fi Oromiyaa deebisanii gad-dhaabuuf godhamuu dhaadhessa.

Language

Publishing Since

5/14/2021

1 verified contact email on file for VIO-SWO

Pitch yourself as a guest, propose sponsorships, or reach out directly to the host.

Recent Episodes

Episode thumbnail for Kurfii RSWO - Kamisa Onkoloolessa 14, 2021

October 14, 2021

Kurfii RSWO - Kamisa Onkoloolessa 14, 2021

Duula duguuggaa sanyii, garee Faannoo jedhamu, akkasumas, Milishootaa fi Hawaasa Naannoo Amaaraan, Konyaa Matakkal, Ona Dibaax, Ganda Gaalessaa keessatti, Roobii kaleessaa (Onkoloolessa 13, 2021) Uummata Oromoo irratti banameen, aayyoo deessee ulmaa jirtu dabalatee, Oromoonni jaha (6) haala suukanneessaan ajjeefamuu.

Duula duguuggaa sanyii, Dilbata Onkoloolessa 10, 2021, Konyaa Baha Wallaggaa, Ona Giddaa Kiiramuu, Magaalaa Haroo keessatti, humna Faannoo jedhamuu fi saba Amaaraa kanneen bakkas jiraataniin, Uummata Oromoo irratti banameen, lubbuun Oromoota kudha-sagalii (19) gaaga'amuu.

Akkasumas, kanneen Ganda Caffee Guddinaa irraa buqqa'an dabalatee, Oromoonni baay'inaan Kuma-Kudhanitti tilmaamaman qe'ee ofiirraa buqqa'uu; qabeenyi qarshii Kitila-dhibbaatamatti shallagamus saamamuu fi barbadeeffamuu.

Guyyoota lamaan kana ammoo, duulli  kun, gara Onoota Konyaa Baha Wallaggaa keessatti argaman, kanneen akka: Guutoo Giddaa fi Amuruutti babal'achuun, Ona Guutoo Giddaa, iddoo Mandaraa 24 jedhamuun waamamutti, Oromoonni baay'inaan Shantama (50) ta'an, humnoota Finxaaleyyii Amaaraatiin ajjeefamuu.

Boobii harkaa qaamota MKIIn, Konyaa Qeellem Wallaggaa, Ona Jimmaa Horroo, Magaalaa Jimmaa Horroo keessatti, mana jireenyaa isaanii irratti darbatameen, Haati-warraa (Aadde Masarat) lubbuun darbuu, Abbaan-warraa (Obbo Ayyaanaa Hordofaa) ammoo madaa'uun, wal'aansaaf gara Hospitaala Gimbiitti geeffamee jiraachuu.

Episode thumbnail for Kurfii RSWO - Dilbata Onkoloolessa 10, 2021

October 11, 2021

Kurfii RSWO - Dilbata Onkoloolessa 10, 2021

Dhukaasa Oromoota Jimaata Onkoloolessa 8, 2021, Konyaa Gujii Bahaa, Ona Gumii Eldalloo, Ardaa Qaallittii keessatti, Irreeffannaaf bobba’an irratti, LMKIIn banameen, Sirni Irreechaa sun goolamuun addaan bittinneeffamuu; Oromoonni Irreeffachuuuf ba’an muraasnis achi-buuteen isaanii hanga guyyaa har’aatti kan hin beekamin ta’uu.

Ajjeechaan qabata deggersa WBOtiin, Uummata Oromoo irratti, keessattuu, dargaggoota Oromoo irratti fuuleeffachuun, LMKIIn raawwatamu, Konyaa Lixa Wallaggaa keessatti,  akka-malee hammaatee jiraachuu. Haaluma kanaan, Onoota Konyaa Lixa Wallaggaa keessatti argaman kanneen akka: Aayiraa, Ganjii fi Sayyoo Noolee keessatti, yeroo dhihoo asitti, dargaggoonni Oromoo baay'inaan 17 olitti tilmaamaman ajjeefamuu.

Episode thumbnail for Sagantaa RSWO - Kibxata Hagayya 31, 2021

September 2, 2021

Sagantaa RSWO - Kibxata Hagayya 31, 2021

Lola hidhattoota Naannoo Affaarii fi Naannoo Amaaraan Oromoo Walloo irratti guyyoottan sadeen darban bifa haarayaan banameen, Oromoonni Walloo sagal (9) Ona Harxummaa Fursee keessatti ajjeefamuu; kanneen baay'inaan sanaa ol ta'an ammoo madeeffamuu.

"Shanee fi Juuntaa waliin balleessina" jedhamuun, leenjii 'Gaachana Sirnaa'n moggaafame akka leenji'aniif, Uummanni Oromoo hidhattootaa fi dabballoota MKII'n, Konyaa Jimmaa fi Bunnoo Beddellee keessatti dirqisiifamaa jiraachuun wal-qabatee, keessattuu, Maanguddoonnii fi Hawwan Oromoo gidirfama hamaa madachaa jiraachuu.

8 total episodes available

Deep-dive analytics for VIO-SWO

Frequently asked questions

Have a different question and can't find the answer you're looking for? Reach out to our support team by sending us an email and we'll get back to you as soon as we can.

What is VIO-SWO?

RSWOn akeeka qabsoo kan Oromiyaa Walaba, Saba Oromoo Bilisa, Mootummaa Birmaduu Oromoo fi Oromiyaa deebisanii gad-dhaabuuf godhamuu dhaadhessa.

How often does this podcast release new episodes?

This podcast updates daily.

Where can I listen to this podcast?

This podcast is available on 4 platforms including Apple Podcasts, Spotify, and more. You can also use the RSS feed directly.

Does this podcast accept guests?

Information about guest appearances is not available.

Legal Disclaimer

Pod Engine is not affiliated with, endorsed by, or officially connected with any of the podcasts displayed on this platform. We operate independently as a podcast discovery and analytics service.

All podcast artwork, thumbnails, and content displayed on this page are the property of their respective owners and are protected by applicable copyright laws. This includes, but is not limited to, podcast cover art, episode artwork, show descriptions, episode titles, transcripts, audio snippets, and any other content originating from the podcast creators or their licensors.

We display this content under fair use principles and/or implied license for the purpose of podcast discovery, information, and commentary. We make no claim of ownership over any podcast content, artwork, or related materials shown on this platform. All trademarks, service marks, and trade names are the property of their respective owners.

While we strive to ensure all content usage is properly authorized, if you are a rights holder and believe your content is being used inappropriately or without proper authorization, please contact us immediately at hey@podengine.ai for prompt review and appropriate action, which may include content removal or proper attribution.

By accessing and using this platform, you acknowledge and agree to respect all applicable copyright laws and intellectual property rights of content owners. Any unauthorized reproduction, distribution, or commercial use of the content displayed on this platform is strictly prohibited.